Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni-murtii Waliigalaa Federaalaa Itiyoophiyaa Iyyannaa Wabiin Gad-lakkisamuu Obbo Taayyee Danda’aa Fudhatama Dhorkate

Manni-murtii Waliigalaa Federaalaa Itiyoophiyaa Iyyannaa Wabiin Gad-lakkisamuu Obbo Taayyee Danda’aa Fudhatama Dhorkate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:27 0:00

Manni-murtii Waliigalaa Federaalaa Itiyoophiyaa Iyyannaa Wabiin Gad-lakkisamuu Obbo Taayyee Danda’aa Fudhatama Dhorkate

Manni Murtii Walii Galaa Federaalaa ammas gaaffii mirga wabii Deetaa Ministeera Nagaa Itiyoophiyaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aa dhiheessan fudhachuu didee jira. Obbo Taayyeen Roobii har’aa dhaddacha Mana Murtii Walii galaa Finfinnee Naannoo Siddit Kiiloo jirutti argamu irratti dhihaatanii jiru. Galmoo Daawit dabalata qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG