Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-gaarerfannaa Waggoota Dheeraa Booda Prezidaantiin Masrii Tarkii Daawwatan

Wal-gaarerfannaa Waggoota Dheeraa Booda Prezidaantiin Masrii Tarkii Daawwatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:12 0:00

Wal-gaarerfannaa Waggoota Dheeraa Booda Prezidaantiin Masrii Tarkii Daawwatan

Prezidaantiin Biyyaa Masrii Abdul-Fatah Al Sisii daawwnaan Roobii har’aa biyyaa Turkiitti taasisan wal-gaareffannaa prezidaantii biyyattii Reesiip Xayyip Erdowaan giduu waggootaa dheraadhaaf ture xumuruudhaaf mallatoo akka tahe gabaasamaa jira. Dhimmaa walitti dhufeenya hagantoota biyoottan lammanii ilaalchisee gabaasaa Dooriyaan Joonsin Staanbul irraa ergame Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG