Breaking News

Ayyaanni Goobee fi Shinooyyee Finfinneetti Ayyaaneffame

Ayyaanni Goobee fi Shinooyyee Finfinneetti Ayyaaneffame

No media source currently available

Kabajaan Ayyaana Goobee fi Shinooyyee har’a magaalaa Finfinneetti jalqabee jira. Sagantaan kun har’a Galma Aadaa Oromootti kan geggeessame yoo tahu, dargaggoowwan magaalaa Finfinnee fi naannawa ishee jiraatan ayyaana bariin Irreechaa dhufuu mullisa jedhan kanatti hirmaachuun kabajaa oolan. Xiyyeeffannaan ayyaana kanaaf kenname ayyaanichi fooyya’aa akka taasise dargaggoonni kun kan ibsan yoo tahu, Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa ammas Feestivaala Goobee fi Shinooyyee daran guddisuuf hojiittan jira jedha.

​
XS
SM
MD
LG