Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteetis Hoogganoonni Adda Bilisummaa Oromoo Hidhaadhaa Gad Lakkifamuu Isaaniitti Gammaduu Ishee Ibsite

Yunaayitid Isteetis Hoogganoonni Adda Bilisummaa Oromoo Hidhaadhaa Gad Lakkifamuu Isaaniitti Gammaduu Ishee Ibsite
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:06 0:00

Waajjirri Dhimma Afrikaa Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis miseensonni Adda Bilisummaa Oromoo torba waggoota afuriif mana hidhaa keessa turan gadi lakkifamuu isaaniitti gammaduu ibseera. Gama biraatin miseensonni hooggansaa 7 kaleessa Hagayya 30, 2016 mirga wabiitiin gadhiifaman keessaa namoota sadi irratti himanni dhiyaate manneen murtii sadarkaa garaa garaatti bilisa akka bahan jala murtiin kennamaa tureera jedhan abukaatoon isaanii obbo Tuulii Bay'isaa. Abukaatonni isaanii adeemsa waggoottaniif turee fi guyyaa kaleessaa hiikamuu isaanii ilaalchisuun Sagalee Ameerikaaf yaada kennaaniru.

Forum

XS
SM
MD
LG