Xurree ittiin seenan

Breaking News

Addunyaarratti Dhukkubi Koleeraa Ka Bara Dabreerraa Dabale

Addunyaarratti Dhukkubi Koleeraa Ka Bara Dabreerraa Dabale
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:27 0:00

Addunyaa irratti dhukkuubii koleeraa isa bara darbee irra dabaluu isaa Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa yokaan WHOn beeksisee jira. Gama kaaniin talaaliin dhukkuuba Empaaks (Mpox) Ripaabliikii Deemookraatawaa Kongoo keessatti jalqabame jira. Mata duree lamaan kana irratti gabaasa qophaawan Jaallannee Gamdaatu tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG