Gaanfa Afrikaatti jila Addaa Mootumma Yunaayitid Isteets kan ta’an Ambaasaddar Maayik Hamer waldhibdeen mootummaa Federaalaa Ityoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay giduu jiru akka karaa nagaatiin furmaata argatuu waliigalteen pritooriyaatti mallatteessame akka guutuummaatti hojii irra oolfamu, walitti-bu’iinsa nannoo Oromiyaa fi Amaraa keessatti taasifamaa jiru karaa nagaatiin akka furmu taasisuuf biyyi isaanii akka yaalii gochaa jirtu ibsaniiru. Embaasii Yunaayitid Isteetis Ka Finfinnee jirutti ibsa kennaniin kana dubbatan, Hamer. Dhimma kana irratti gabaasa Kenedii Abaatee Finfinee irraa erge Bafiqaaduu Morodaatu dhiheessa.
Ambaasaaddar Hamer Hojiirra Oolfama Waliigaltee Pritooriyaa fi Lola Oromiyaa fi Amaaraa Keessaa Furuu Gargaaruuf Akka Hojjetaa Jiran Ibsan
- VOA
Forum