Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xayyaara Finfinneerraa Maqaleetti Balal’uuf Qophaa’e Keessatti Jeeqamaa fi Hookkara Uuman Namoota Jedhaman Jaha Irratti Himannaan Dhihaate

Xayyaara Finfinneerraa Maqaleetti Balal’uuf Qophaa’e Keessatti Jeeqamaa fi Hookkara Uuman Namoota Jedhaman Jaha Irratti Himannaan Dhihaate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:58 0:00

Akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Hagayya 16 bara 2016 xayaara Finfinnee irraa gara Maqaleetti balali’uuf qophaa’e keessatti hojimaata Aviyeeshinii haala cabseen jeeqamaa fi hookkara uumuutti kanneen shakkaman namoota jaha irratti abbaan-alangaa himannaa dhiheessuu abukaatoleen himatamtootaa dubbatanii jira. Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa gabaasaa qabdi.

Forum

XS
SM
MD
LG