Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walgahiin IHOPA Marsaa 7ffaan Gaggeeffamuuf Jira

Walgahiin IHOPA Marsaa 7ffaan Gaggeeffamuuf Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00

Waldaan Ogeessoota Fayyaa Oromoo Addunyaa (IHOPA) walgahii isaa marsaa 7ffaa Fulbaana 21 bara 2024 gaggeesuuf jira. Waldaan ogeessoota fayyaa kun biyya keessaa fi alatti tajaajiila fayyaa kennaa akka jiru kan ibsan Prezidaantii fi Daayrekteerri boordii Waldichaa, Dr. Ibraahim Eleemoo mata duree walgahii ammaa fi kaayyoo walgahii gaggeeffamuuf jiru ibsanii jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG