Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Gaazaa, Sudaanii fi Yukireen Kora Dhaabbbata Mootummoota Gamtoomanii Gidduu Kanaarratti Ijoo Dubbii Tahuuf Jira

Dhimmi Gaazaa, Sudaanii fi Yukireen Kora Dhaabbbata Mootummoota Gamtoomanii Gidduu Kanaarratti Ijoo Dubbii Tahuuf Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:52 0:00

Hoggantoonni biyoottan miseensotaa Dhaabbata Mootumoota Gamtoomanii yaa’ii isanii marsaa 79faan Dilbata dhufuu jalqabu. Waa’een lola Gaazaa, kan Sudaanii fi Ukkreen ijoo dubbii yaa’ichaa ta’uuf jiran. Dhaabata Mootumoota Gamtoomaniitti gabaastuun VOA Maargaareet Baashir dhimma kana irratti gabaasaa qindeessite Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG