Bulichiinsaa Naannoo Somaalee Itiyoophiyaa keessatti sarbiinsii mirga namoomaa Raawwachaa jira, jechuun dhaabbatni siyaasaa Adda Bilisumaa Biyaalesaa Ogaadeen ibsa tibbana baaseen beeksisee jira. Prezidaantiin bulchiinsa naannoo Somaalii Itiyoophiyaa obbo Musxafee Mumaamud dhaabichi ibsa kana baasuun waan raakoon jedhame jiraateef ittu hin taane, dhiheenyaa kan haalaa Siyaasaa gaanfa Afrikaa keessatti mul’achaa jirutti fayyadamuudhaan bu’aa argachuuf akka ta’etti Sagalee Amerikatti himan. Gabaasa Addis Chekol dhimma kana irratti qopheesse Tujubee hora tu dhiheessa.
Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Somaalee fi Mootummaan Naannoo Sana Dhimma Mirga Namoomaarratti Wal-balaaleffataa Jiran
- VOA
Forum