Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaan Gidduu Kana Libaanonii fi Isiraa’el Gidduutti Geggeessame Wal-dhabdee Naannichaa Keessa Jiru Daran Hammeessa Sodaa Jedhu Uume

Haleellaan Gidduu Kana Libaanonii fi Isiraa’el Gidduutti Geggeessame Wal-dhabdee Naannichaa Keessa Jiru Daran Hammeessa Sodaa Jedhu Uume
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:43 0:00

Israa’el Wiixata kaleessaa Lebaanan keessatti hidhattoota Hizbullaah irratti haleellaa xiyyaaraa haaraa fi bal’aa gaggeessiteen, yoo xiqqaate namoota 580 ajjeesuu fi 1,600 ol madeessuu ministeerri Fayyaa kan Lebaanon ibsee jira. Oduu gabaastuun sagalee Amerikaa Kaatriin Jiipsan (Katherine Gypson) Waashingtan irraa akka gabaasteetti, haleellaan yeroo dhiyootti raawwatame sodaa waldhabdeen guutuu naannichatti babal’ata jedhu hammeessaa jira. Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG