Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaannii Gubaa fi Masqalaa Itiyoophiyaatti Ayyaaneffame

Ayyaannii Gubaa fi Masqalaa Itiyoophiyaatti Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00

Ayyaanni Masqalaa akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti ka bara 2017 guutaa biyyaa keessatti sirnoota amantaa adda addaatiin har’a kabajameera. Paatiraarikiin mana amantaa ortodoksii Itoophiyaa Abuune Maatiyaas kabaja ayyaana Masqalaa irraa akka barsiisaa amantichaatti fakkeenyummaa fudhachuun dhalli namaa nageenyaa fi jaalala labsuu qaba, jechuun dhaamsa dabarsan. Tsahaay Daamxoo ayyaanicha Finfinee fi bulchiinsa magaalaa Shaggaritti kabajamee hordofuun qophii qindeessite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG