Xurree ittiin seenan

Breaking News

Omdurmaan: Magaalaa Sudaan Wal-waraansaan Mancaate

Omdurmaan: Magaalaa Sudaan Wal-waraansaan Mancaate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:54 0:00

Wal-waraansa Sudaan keessaa gara waggaa tokkoof walakkaatti siqaa jiru kanaan biyyattiin keessumaa magaloonni gurguddoon hedduu barbadaa’anii jiran. Qabeenyaan hedduu manca’eera. VOA irraa Henirii Wiilkins carraa magalaa Omdurmaan seenee jiraattota dubbisu argateera. Gabaasaa isaa, Nigusuu Taamireetu dhiheessa

Forum

XS
SM
MD
LG