Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Gajoo Xilaahun fi Addunyaa Muuziqaa Isaa

Dargaggoo Gajoo Xilaahun fi Addunyaa Muuziqaa Isaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:11 0:00

Weellisaa Gajoo Xilaahun Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiitti dhalate hojii muuziqaa magalaa Naqamtetti jalqabee, dhiyeenya as ammoo magaalaa Finfinneetti akka hojachaa jiru hima. Muuziqaa barreessuu irraa haga weellisuu darbees ogumaa qindeessuu akka qabu kan dubbatu Gajoon, Geelloo dabalatee muuziqawwan Afaan Oromoo toora muuziqaa Addunyaa keessa waan hin seenneef, hanqina sana guutuuf hojjetaa akka jiru hime.

Forum

XS
SM
MD
LG