Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoota Gamntaa Afrikaa Haaraa Naga-eegumsaaf Somaaliyaaf Baobbaasamuuf Jiran Qopheessuu Keessaa Ameerikaan Akka Harka Hin Qabne Dubbatte

Humnoota Gamntaa Afrikaa Haaraa Naga-eegumsaaf Somaaliyaaf Baobbaasamuuf Jiran Qopheessuu Keessaa Ameerikaan Akka Harka Hin Qabne Dubbatte
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:39 0:00

Ergama Deggarsa fi Tasgabbii eegsisuu Somaaliyaa (AUSSOM) kan bara 2025 Somaaliyaa keessatti jalqabuuf biyyoonni kam loltoota akka gumaachan Gamtaan Afrikaa hanga ammaatti murteessuu hin dandeenye. Mootummaan Somaaliyaa waliigaltee falmisiisaa Somaliland waliin taasifameen Itoophiyaa ergama kana keessaa baasuuf cichuunsaa dhimma kana irratti murtee kennuu duubatti harkisee mul’ata. Waldhabdeen biyyoota lamaan gidduu itti fufee waan jiruuf, ajajaan waraanaa olaanaa kan Yunaaytid Isteetis kan Afrikaa keessa jiran Jeneraal Maayikeel Laanglii dhuma bara kanaatti yeroo ce’umsa humnoota Gamtaa Afrikaa irratti hirmaannaa Ameerikaa akka hin jirre ibsan. Carla Babb fi Harun Maruf kan gabaasan Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG