Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Berliin Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan

Atileetonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Berliin Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:21 0:00

Dorgomii Maraatoonii Berliin marsa 50ffaa Dilbata kaleessaa taasifame Atileetoonii Itoophiyaa dhiiraa fi dubbaraan injjiffannoo gonfataniruu. Dhiraan Atileet Milkeessa Mengeshaa sa’attii mataa isaa daqiqa 2 oliin foyyeessun injjifate. Dubaaraan Atileetoonii Itoophiyaa sadrkkaa 1ffaa hanga 4ffaa qabachuun injjiffataniruu. Atilee Tigist Katamaa shaamppiyoonii Maaratoonii kanaa ti. Dorgoomii Booda Atileet Milkeessaa Mangeshaa yaada VOAf bilbilaan kenneen, “bu’aa bahii hedduu keessa darbee dorgoomii kana injjiffachuu kootti baayyeen gammade” jedheera.

Forum

XS
SM
MD
LG