Xurree ittiin seenan

Breaking News

Agarsiisni Oomishaalee fi Meeshaalee Aadaa Oromoo Finfinneetti Geggeessame

Agarsiisni Oomishaalee fi Meeshaalee Aadaa Oromoo Finfinneetti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:13 0:00

Agarsiisni fi Baazaariin “EXPO IRREECHAA “kan bara 2017 Magaalaa Finfinneetti qophaa’eera. Oomishaalee fi meeshaaleen aadaa oromoo ibsan heddumminaan agarsiisa fi Baazaarii kana irratti dhiyaataniiru. Hirmaattoota agarsiisa fi Baazaarii kana irratti argaman, kanneen bitaanii fi gurguran Sagaleen Ameerikaa dubbisee jira. Tsahaay Daamxo tu Finfinnee dha qindesse.

Forum

XS
SM
MD
LG