Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Hawaasa Afrikaarraa Dhufanii Filannoo Yunaayitid Isteetis Irratti Kallattii Irra Deeman Filachuun Murtii Cimaa Itti Taha 

Lammiileen Hawaasa Afrikaarraa Dhufanii Filannoo Yunaayitid Isteetis Irratti Kallattii Irra Deeman Filachuun Murtii Cimaa Itti Taha 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:56 0:00

Lammiileen Ameerikaa dorgommii pirezidaantummaa baayyee walitti dhiyeenya qabutti sagalee kennuuf qophaa’aa jiru. Akkuma lammiilee Ameerikaa irra caalaa miseensonni hawaasa Diyaaspooraa Afrikaa biyyattiin kallattii kamiin deemuu akka qabdu yeroo murteessan filannoo cimaa isaan mudata. Gabaasa Jeef Swiikoord Jaallanne Gammadatu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG