Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tumsa Beeksisa Tuurizimii fi Dorgommii Bareedduu Oromiyaa

Tumsa Beeksisa Tuurizimii fi Dorgommii Bareedduu Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:16 0:00

Torbeen Tuurizimii hoo kaleessa goolabamu, dorgommii Bareedduu Oromiyaan goolabamee jira. Dorgommii kaleessa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffametti, Daraartuu Tesfaayee, bareedduu Oromiyaa bara 2024 ta’uun injifattee jirti. Koomishiniin Tuurizimii Oromiyaa carraan kun dargaggooti filataman akka guddina Tuurizimii biyyattiif tumsaniif kan karaa saaqu waan ta’e kanneen injifatan sirnaan carrichatti dhimma bahu male jedha.

Forum

XS
SM
MD
LG