Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee 

Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:49 0:00

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee, Naannoo Addabaabaayii Masqalaatti kabajamee jira. Hirmaattonni ayyaana kanaa kaleessa waaree boodaa kaasee kan Magaaa Finfinnee seenaa turan yoo tahu, harra Abbaan Malkaa erga Malkaa saaqeen booda namootni Irreeffatanii jiran. Hora Finfinnee boodas boruu kan Bishooftutti kabajamu Ayyaana Hora Arsadii kabajuuf hedduun hirmaattotaa gamasitti imalaa jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG