Xurree ittiin seenan

Breaking News

Irreecha Hora Finfinnee

Irreecha Hora Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:44 0:00

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee Sambata harraa magaala Finfinneetti kabajamee jira. Hirmaattonni ayyaana kanaa kaleessa waaree boodaa kaasee kan magaalattiitti seenaa turan yoo tahu, harra Abbaan Malkaa erga Malkaa saaqeen booda namootni Irreeffatanii jiran. Ayyaana baranaarratti saboonni biro hirmaatan waan Kabaja Irreechaa waan jedhan qabuu, gabaasa odu gabaasaa VOA Galmoo Daawit qindeesse caqasaa.

Forum

XS
SM
MD
LG