Godaantoonni Yaman irraa ka’anii Wiixata torban dabree handaara galaana Jabuutii irratti rakkoo isaan mudateen, kan du’an kan baraaramanii fi eessa buuteen isaanii kan dhabame jiraachuu isaanii ibsa dhaabnii Godaantoota Addunyaa ykn IOM kenne Jimaata dabree dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Godaantoota Lubbuun hafan keessaa tokko Jaallannen achuuma Jabuutii lafa "Hayyuu" jedhamu irraa haasoofsiiftee jirti. Sodaa nageenyaaf jecha maqaan akka hin ibsamnee gaafatee jira. Haala Yaman keessatti ta’e irraa ibsuun eegala.
Galaana Handaara Jabuutiirratti Rakkoo Godaantota Mudatee Lubbuu Hedduu Galaafaterraa Kanneen Hafan Maal Jedhu?
- Jaallannee Gammadaa
Forum