Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala: Waraana Israa'elii fi Hamaas Waggaa Tokko Guutee

Xiinxala: Waraana Israa'elii fi Hamaas Waggaa Tokko Guutee
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:59 0:00

Onkoloolessa 7, bara 2023 Hamaas haleellaa Israa’eel irratti raawwatee lammiilee Israa’eel 1,200 galaafachuun waraannni naannoo sanatti akka ka’uuf sababa ta’ee fi namoonni 40,000 ol akka ajjeefamaniif ka’umsa kan ta’e amma waggaa tokko guuteera. Waraanichi amma gara Liibanoosiittis babbal’ateera. Waraana Waggaa tokko ture kana ilaalchiisuun Namoo Daandii Ogeessa Filoosoofii Siyaasaa tokko waliin gaafii fi deebii taasiseera

Forum

XS
SM
MD
LG