Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pireezdaant Baayiden Kutaa Obomboleettin Rukkutame Daawwatan

Pireezdaant Baayiden Kutaa Obomboleettin Rukkutame Daawwatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:55 0:00

Dilbata darbe, Pirezidaant Joo Baayiden naannoowwan obomboleettii Miltooniin miidhaman kan Filooriidaa daawwatanii, dandeettii dandamachuu caasaa elektirikii fooyyessuuf doolaara walakkaa biliyoonaa haaraa akka argatan labsan. Tattaaffiin gargaarsaa fi deebisanii dhaabuu itti fufee jiraattillee, guyyaan Filannoo dhihaachaa waan jiruuf odeeffannoon dogoggoraa saffisaan babal’achaa akka jiru qondaaltonni akeekkachiisu. Gabaasa Patriik Bresnan Noorzi Kaaloraayinaa irraa qopheesseeaallannee tu dhiyeessa

Forum

XS
SM
MD
LG