Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Israa'eel Gaazaa Keessatti Geggeessiteen Namoonni 40 Ajjeefamuun Gabaafame

Haleellaa Israa'eel Gaazaa Keessatti Geggeessiteen Namoonni 40 Ajjeefamuun Gabaafame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:12 0:00

Qondaaltonni fayyaa kan Falasxiin akka jedhanitti haleellaan xiyyaaraa Israa’el Wiixata har’a naannoo Hospitaala Wareegamtoota Al-Aqsaa Deir al-Balah rukutee yoo xiqqaate namoonni afur du’uu fi 40 madaa’uu himaniiru. Waraanni Israa’el Dilbata kaleessaa galgala haleellaa diroonii Hizbullaah buufata waraanaa irratti raawwateen loltoonni isaa afur ajjeefaman jedhee jira. Gabaasa guutuu Jaallanneetu dubbisa.

Forum

XS
SM
MD
LG