Xurree ittiin seenan

Breaking News

Turkiin Hariiroo Somaaliyaa Waliin Qabdu Cimsaa Jirti

Turkiin Hariiroo Somaaliyaa Waliin Qabdu Cimsaa Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:49 0:00

Turkiin tumsa Somaaliyaa waliin qabdu jabeessaa jirti, ji'a kana keessa doonii qorannoo qabeenya anniisaa barbaaduuf gamasitti ergitee jirti. Garuu akka Dooriyaan Joons (Dorian Jones) Istaanbul irraa gabaasetti, waldhabdeen Somaaliyaa fi Itoophiyaa gidduutti uumame hawwii Tarkiin naannoo Gaanfa Afrikaatti qabdu sodaaf saaxilaa jira. Jaallannee tu dhiyeessa

Forum

XS
SM
MD
LG