Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatni ‘Friidam Haawus’ Walabummaan Odeeffannoo Dijitaalaa  Biyyoota Addujyaa Keessatti Gad Bu’ee Jira, Jedha  

Dhaabbatni ‘Friidam Haawus’ Walabummaan Odeeffannoo Dijitaalaa  Biyyoota Addujyaa Keessatti Gad Bu’ee Jira, Jedha  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:05 0:00

Dhaabbatni “Firiidam Haawus” jedhamu kan as Waashingtan keessa maadheffate waggaa 14ffaa isaatti ibsa Roobii darbe, Onkoloolessa 18 baaseen walabummaan Dijiitaalaa yokaan odeeffannoolee interneetiin tamsaasamanii akka addunyaatti gadi bu’eera jedhe. Keesumaa biyyoonni 41 bara kana filannoo gaggeessatan yokaan gaggeessuuf jiran keessatti rakkoon kun akka mul’atu kan ibse yommuu ta’u, Ogeeyyiin Inteertii otuu uggurri irra hin kaa’amiin hojjechuunii fi bilisa ta’uun sirni dimookiraasii haala gaariin akka sochu’u taasisuuf murteessaadha jedha, jedha gabaasaan kun. Gabaasa Veroonikaa Baldeeraas Igleesiyaas Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG