Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jechoonni Dhiheenya Kana Doonaald Traamp Haasawa Isaanii Keessatti Dubbatan Mormitoota Isaanii Biratti Qeeqa Kaasee Jira

Jechoonni Dhiheenya Kana Doonaald Traamp Haasawa Isaanii Keessatti Dubbatan Mormitoota Isaanii Biratti Qeeqa Kaasee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:12 0:00

Yaadni dhiheenya kana pirezidaantii duraanii Doonaald Tiraamp waa’ee Yunaayitid tuqan kan “diina keessa” jedhu mormitoota isaanii biraa qeeqa hordofsiisee jira. Garuu jechootaan wal-dha’uun kaadhimamtoota pirezidaantii kan Rippabilikaanotaa fi Dimookiraatotaa duula filannoo keessatti fayyadaman akeekkachiisa xiinxaltoota irraa dhaqqabsiisee jira. Carraa taayitaa Waayit Haawus injifachuu isaanii illee miidhuu mala jedhameera. Veroonikaa Baaldraastu gabaase. Tujubetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG