Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala: Yunaayitid Isteetis Yeroo Ammaa Prezidaantii Dubartii ka Jalqanaa Filachuuf Qophoofte Moo Hin Qophoofne?


Xiinxala: Yunaayitid Isteetis Yeroo Ammaa Prezidaantii Dubartii ka Jalqanaa Filachuuf Qophoofte Moo Hin Qophoofne?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:10 0:00

Filannoo Pireezidaantii bara 2024 kan Yuunaayitid Isteetisitti gaafa Sadaasa 5 dhufutti taasifamuuf jiruun kaadhimamtoonni lamaan haala deeggarsa amma mul’ataa jiruun wal morkii guddaa keessa jiru. Gama warra Dimookiraatirraa Kaamalaa Haarisi fi Gama warra Rippaabulikaaniirraa Doonaald Tiraampi, Doonaald Tiraampi filatamuun kan injifatu yoo ta’e marsaa lammaffaaf gara maraa mootummaa Waayit Haawusiiti deebi’a, Kaamalaa Haaris filamuun kan injifattu yoo ta’emmoo seenaa Ameerikaa keesstti dubartii jalqabaa Pireezidaantii taatudha. Garuu Ameerikaan yeroo ammaa pireezidaantii ishee dubartii taasisuun filachuuf waan qophooftee faakaatti? Dhimma kanarratti Yuniivarsiitii Miyaamiirraa Dr. Ittaanaa Habtee Mitikkuu Fiqaaduu dubbiseera

Forum

XS
SM
MD
LG