Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoon Walqabatee Yunaayitid Isteetis Keessatti Leenjiin Eeggannoo Nageenyaa Gaazzexeessotaaf Kennamaa Jira 

Filannoon Walqabatee Yunaayitid Isteetis Keessatti Leenjiin Eeggannoo Nageenyaa Gaazzexeessotaaf Kennamaa Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:31 0:00

Yunaaytid Isteetis keessatti doorsisaa fi haleellaan gaazexeessitoota irratti raawwatamu dabalaa dhufuu fi filannoo pirezidaantummaa dhihaachaa dhufuu isaatiin, dhaabbattonni miidiyaa gaazexeessitonni akkaataa itti nageenya isaanii eeggatan ilaalachisee leenjii kennaa jiru. Gabaasa Liam Scott fi Cristina Caicedo ergan Jaallanneetu dhiyeessa.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG