Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabni Akka ‘Giriin Paartii’ Dorgommii Filannoorratti Sagaleen Argatu Xiqqaa Tahus Ba’ii Xumuraarratti Dhiibbaa Qabaata, Jedhama


Dhaabni Akka ‘Giriin Paartii’ Dorgommii Filannoorratti Sagaleen Argatu Xiqqaa Tahus Ba’ii Xumuraarratti Dhiibbaa Qabaata, Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:40 0:00

Filannoo Yunaayitid Isteetis torban geggeessamu irratti kadhimamaan dhaaba “Griiin Paartii” jedhamuu naannoo dhibba irraa harka tokkoo argatu tu tilmaamama. Hata’u malee sagalee kun xiqqoo tahus, dhibba irraa harki tokko kun ba’ii filannichaa waliigalaa irratti dhiibbaa guddaa qaabaata jedhama. Gabasa Maksiim Adaams Nigusuutu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG