Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Ameerikaa Hidda Dhalata Itiyoophiyaa fi Ogeeyyiin Filannoo Waa’ee Dursanii Sagalee Kennuu Maal Jedhu?


Lammiileen Ameerikaa Hidda Dhalata Itiyoophiyaa fi Ogeeyyiin Filannoo Waa’ee Dursanii Sagalee Kennuu Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:36 0:00

Filannoo Sadaasa 5 gaggeeffamuuf torban tokko dursee Yunaaytid Isteetis keessatti namoonni miliyoona kurna heddutti lakkaa’aman sagalee kennaniiru jedha Yunivarsitii Filooriidaa keessatti qaamni filannoo hordoofu Kan “Election Lab” ibsee ibsee jira. Lammiilee Ameerikaa hidda dhalata Itiyoophiyaa, ogeeyyiin filannoo fi tola ooltota dabalatee filattootni filannoo pirezedaantii Sadaasa 5 gaggeeffamuuf dursanii sagalee kennuun faayidaa hedduu akka qabu sagalee Ameriikaatti himaniiru. Gabaasa Dereje Desta qopheesse Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG