Filannoon Yuunaayitid Isteetisi dhufu kun Inveestimentii fi gargaarsa Afirikaaf taasifamu irratti dhiibbaa qabaata jechuun Ogeessooni sagaleen Ameerikaa dubbiseeru himu. Ministirri Haajaa alaa Yuunaayiitid Isteetisi ji’a haggayya darbeetti gabaasa baaseen bara bajaataa 2024 kanatti qofaa biyyoota Uffee Sahaaraa gadii jiraaniif Yuunaayitid Isteeteetisi gargaarsa namoomaa doolaara biiliyoona 3.8 ol taasifteetti. Akka Addunyaattis Yuunaayitid Iteetsis biyyoota Uffee Sahaaraa gadii jiraniif biyya gargaarsa namoomaa guddaa kennitudha. Filanoo dhufu kanatti eenyuyyuu haa mo’u sadarkaa deeggarsa Afirikaaf taasifamu irratti garuu dhiibbaa ni qabaata jechuun ibsu Ogeessonni diinagdee yaada isaanii sagalee Ameerikaaf Kennaniiran, Asmaamaw Ayyenew gabaasa qophheesseeru Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Filannoo Yunaayitid Isteetis Dhufurratti Imammatni Kaadhimamaa Injifatuu Gargaarsa Biyyattiin Afrikaaf Gooturratti Dhiibbaa Qabaa?
- VOA
Forum