Breaking News

Xiinxala: Yaadi Imaammataa Doonaald Tiraamp Kan Akka Filannoo Injifatan Isaan Taasise Jiraa Laata?

Xiinxala: Yaadi Imaammataa Doonaald Tiraamp Kan Akka Filannoo Injifatan Isaan Taasise Jiraa Laata?

No media source currently available

Doonaald Tiraamp pirezidaantummaaf filatamuuf kan isaan geessise irra caalaatti yaada imaammata isaanii isaan kami ? Akkasumas yeroo pireezidaantummaa isaaaniitti biyyaa keessaa fi alaa qormaatiileen yokaan didhaaleen isaan mudatan jiruu laata? Dhimma kanarratti Yuunivarsiitii Maayaamii irraa Dr. Ittaanaa Habtee waahelli keenya Mitikkuu Fiqaaduu dubbiseera.

XS
SM
MD
LG