Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni Biyyoota Gaanfa Afrikaa Filatamuu Doonaald Tiraamp Ilaalchisuun Abdii Qaban Ibsan

Hoogganoonni Biyyoota Gaanfa Afrikaa Filatamuu Doonaald Tiraamp Ilaalchisuun Abdii Qaban Ibsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:42 0:00

Hoggantoonni biyyoota Gaanfa Afrikaa Doonaald J. Tiraamp marsaa lammaffaaf walitti aansuun hin taaneef Pirezidaantii Ameerikaa ta’uun filatamuu isaanii irratti deebii kennaniiru. Hoggantoonni kunneen Tiraamp nagaa irratti akka hojjetaniifi tumsaa fi boqonnaa haaraa akka banan abdii qabna jedhan.

Forum

XS
SM
MD
LG