Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoon Somaaliilaand Boru Geggeessitu Somaaliyaa fi Gaanfa Afrikaatiif Hiikkaa Akkamii Qaba?


Filannoon Somaaliilaand Sadaasa 13 Geggeessatti Somaaliyaa fi Gaanfa Afrikaatiif Hiikkaa Akkamii Qaba?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:42 0:00

Somaalilaandi Naannoo Somaaliyaa irraa addaan baate keessatti Sadaasa 13 kanatti filannoo waliigalaa gaggeessiti. Akka Rippaabilikii of dandeesseetti kan labsatteettuu hawwaasa Idil Addunyaa irraa beekamtii argachuuf dhiibbaa taasiisaa jirti. Naannicha bal’aa keessattis shoora bal’aa taasisaa kan jirti. Ba’iin filannoo Somaaliilaand Somaaliyaafis ta’e Gaanfa Afiriikaaf hiikkaa akKamii qabaataa? Gabaasa Henirii Wiilkiinsi Mitikkuu Fiqqaaduu dhiyyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG