Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Keessatti Humnootiin Naga-eegumsaa Tokkummaa Mootummootaa Akka Bobbaafaman Gareen Mirga Namoomaa Beekamaan Tokko Gaafate

Sudaan Keessatti Humnootiin Naga-eegumsaa Tokkummaa Mootummootaa Akka Bobbaafaman Gareen Mirga Namoomaa Beekamaan Tokko Gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:07 0:00

Gareen mirga namoomaa beekamaan tokko, Sudaan keessatti humnootiin naga-eegdootaa akka bobbaafaman gaafachaa jira. Kunis haleellaa dhiheenya kana namoota nagaa kutaa Al Gezira irratti raawwatame fi humnootiin Deggersa Saffisaa bal’inaan haleellichaan komatamanii booda.Dhaabbanni “Human Rights Watch” haalli kun baay'ee gaddisiisaa waan ta'eef ummata eeguu barbaachisa jedha. Kan Mohaammad Yuusuf gabaase Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG