Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerara Dhukkubootaa Haga Dhufutti Teenyee Eeguu Hin Qabnu, Jedha Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa

Weerara Dhukkubootaa Haga Dhufutti Teenyee Eeguu Hin Qabnu, Jedha Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00

Weerara dhukkuubootaa dhufuuf jiran teenyee eeguu hin qabnu kan jedhu Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa, Bara dabree haala ammaan dura mudatee hin beekneen namoonni miliyoona 8 dhukkuuba Sombaan qabamuu ibsee jira. Gabaasa dhimma kan irratti bahe Jaallannee Gammadaatu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG