Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaadhimamtoonni Prezidaantummaa Somaaliilaand fi Deggertoonni Isaanii Ba’ii Filannoo Eegamaa Jiru ka Simatan Tahuu Beeksisan

Kaadhimamtoonni Prezidaantummaa Somaaliilaand fi Deggertoonni Isaanii Ba’ii Filannoo Eegamaa Jiru ka Simatan Tahuu Beeksisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:04 0:00

Diplomaatonni gama dhiyaa kaadhimamtoonni prezidaantummaa Somaaliilaand sadanuu fi deggertoonni isaanii, ennaa sagaleen laka’amuu itti fufee jirutti ba’ii filannoo akka simatan yaadachiisaniiru. Diplomaatonni kun akka jedhanitti wiirtulee filannoo 30 magaalaalee Somaaliilaand adda addaa keessa jiru ka daawwatan si’a ta’u, adeemsa dimokraasii deggersa qaban mirkaneessaniiru. Angawoonni kun, ba’iin filannoo kan jalqabaa torban dhuftu beeksisama jedhanii kan eegan ta’uu dubbataniiru. Gabaasaa Haaruun Maruuf Tujubee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG