Xurree ittiin seenan

Breaking News

WBO fi Mootummaan Hiriira Waamicha Nagaa Godinaalee Oromiyaa Keessatti Geggeessamuuf Mata Mataan Deebii Kennan

WBO fi Mootummaan Hiriira Waamicha Nagaa Godinaalee Oromiyaa Keessatti Geggeessamuuf Mata Mataan Deebii Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00

Naannoo Oromiyaa godinaalee fi aanaalee garaa garaatti hiriirri waamicha nagaa gaggeeffamaa ture har’as itti fufee jira. Hiriira waamicha nagaa kana ilaalchisuun Mootummaan naannoo Oromiyaa har’a fuula feesbuukii biiroo Kominikeeshinii mootummaa naannichaan ibsa baaseen waamicha hiriirtotaa akka simatu beeksisee jira. Gama WBOtiin hiriirri waamicha nagaa kun kaka’umsa ummataatiinn kan gaggeeffamu tahuu isaa irratti amantaa hin qabnu, jechuun gorsaan Ajaja Ol’aanaa dhaabichaa ibsee jira. Tsahaay Daamxoo gabaasaa Finfinneerraa ergite dhiheessina.

Forum

XS
SM
MD
LG