Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Ameerikaa fi Dhalattoota Kutaa Alaaskaa Balaan Dhabamuu Mudataa Jira, Jedhame


Lammiwwan Ameerikaa fi Dhalattoota Kutaa Alaaskaa Balaan Dhabamuu Mudataa Jira, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:54 0:00

Ministeerri Biyya Keessaa Yunaayitid Isteetis akka jedhutti lammiiwwan Ameerikaa ganamaa fi dhalattoonni kutaa Alaskaa, balaan eessa akka bu’an dhabamuu, haleellaaf saaxilamuu ykn balaan ajjeefamuu irra ga’eera jedhee jira. Kutaa kibba gama dhiyaa New Mexico keessaa maatiiwwan lammiiwwan ganamaa, haqa barbaaduu akksumas barbaacha firoottan isaanii kan gaqrgaaru deggersa maallaqaa haaraa kenname fayyadamaa jiru. Gabaasa Gustaavoo Martineez Kontireeraas Tujubetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG