Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazexeessituun Nijeer Dhaabbata Walabummaa Pireesii Idl Addunyaa Irraa Badhaasa Argatte

Gaazexeessituun Nijeer Dhaabbata Walabummaa Pireesii Idl Addunyaa Irraa Badhaasa Argatte
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:21 0:00

Biyya Nijeer keessatti walabummaan Pireesii haala rakkisaa keessa yommuu jirutti gaazaxeessituu Samiraa Sabuu mallattoo dandamannaa taateetti. Samiraa Sabuu dhaabbata walabummaa pireesii Idl Addunyaatti badhaasa kennuun beekamti argatteetti. Gabaasaan oduu Abdul Razaak Idirisaa Mgaalaa guddittii Nijeer Niyaameey keessatti Sabuu haasofsiisee gabaasa qopheese Mitikuu Fiqaaduutu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG