Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Himaannaa Obbo Taayyee Danda’aarratti Dhihaatee Har’a Mana-murtiin Ilaalamee Jira

Dhimmi Himaannaa Obbo Taayyee Danda’aarratti Dhihaatee Har’a Mana-murtiin Ilaalamee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:15 0:00

Manni Murtii Olaanaa federaalaa Dhaddacha Lidetaa harra himata meeshaa waraanaa seeraan alaa hidhachuu kan Obbo Taayyee Danda’aa yeroo ammaa mana hidhaa jiran irratti dhihaate. Abbootiin Murtii beellama harraa irratti ragaa ittisaa dabalataa dhaggeeffachuuf beellama ka qaban yoo tahu, gama biraan Obbo Taayyeen sarbiinsa mirgoota namoomaa na irratti raaw’atame jedhan akka qoratamuuf dhaddacha har’aa irra-deebiin gaafataniiru, Koomishiniin Mirgoota Namoomaa kan mootummaa Itiyoophiyaa hoogganamu dhimmicharratti Sagalee Ameerikaaf ibsa kennee jira. Galmoo Daawit dhaddacha har’aa hordofee, gabaasee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG