Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lakkoobsi Namoota Wal-waraansa Sudaan Keessatti Dhumanii Ammaa Duraan Yaadame Caalaa Baay’ee Tahuun Gabaasame

Lakkoobsi Namoota Wal-waraansa Sudaan Keessatti Dhumanii Ammaa Duraan Yaadame Caalaa Baay’ee Tahuun Gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:07 0:00

Lakkoobsii namoota sababa walwaraansa Sudaan keessatti deemaa jiruun du’anii, isa kanaan dura yaadamee kan baay’ee caalu tahuu qorannoon haaraa bahe beeksisee jira. Wal-waraansichi namoota miiliyoona 11 ta’an qe’ee isaanii irraa kan buqisee fi addunyaa irratti balaa beelaa hamaa kan uume tahuun gabaasamee jira. Dhimma kana irratti gabaasaa Heenrii Riijiweel qopheesse, Bafiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG