Xurree ittiin seenan

Breaking News

Puuntilaandittti Kantiibaan Magaalaa Gaarawee Lammiilee Itiyoophiyaa Achii Baasuu Ilaachisee Waan Dubbatanii Turan Yaaddoo Uumeera

Puuntilaandittti Kantiibaan Magaalaa Gaarawee Lammiilee Itiyoophiyaa Achii Baasuu Ilaachisee Waan Dubbatanii Turan Yaaddoo Uumeera
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:08 0:00

Filannoo dhiheenya kana kuta Somaaliyaa Puuntland keessatti taasifame, waa’een immigireeshinii dhimma wiirtuu filannoo kanaa ta’ee ture. Keessumaa kantiibaan amma aangoo irra jiran, lammiwwan Itiyoophiyaa walitti qabanii biyyaa ari’uuf dhaadachaa turan. Gariin namaa filannoo kana miseensota mana maree naannoo irraa mirkaneessuuf waa’ee immigireeshinii irratti cimsee akka dubbate ka yaada dhiyeessan yoo ta’u, gariin immoo ejjennoo isaa kan dhumaa irratti filannoo Ameerikaa dhiheenya Doonaald Tiraamp ijifatan waliin wal bira qabanii ilaalaniiru.

Gabaasa Haaruun Maaruuf Jallannee tu dhiyeessa.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG