Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Waliigaltee Dhukaasa Dhaabinsaa Isiraa’elii fi Garee Hizbollaa Simatan

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Waliigaltee Dhukaasa Dhaabinsaa Isiraa’elii fi Garee Hizbollaa Simatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:45 0:00

Prezidaantiin Yunayitid Isteetis Joo Baayiden waliigaltee dhukaasa dhaabinsaa Israa’elii fi garee hidhatootaa Hizbollaa Iraaniin degeramu isa Libaanoon keessa wajjin taasifame simatanii jiru. Haatahu malee garee hidhatootaa Gaazaa keesaatii Israa’elii wajjiin wal lolaa jiru wajjin waliigalteen dhukaasa-dhaabinsaa taasifamee akkaataa itti namoonni garee Hamaasiin booji’amanii turan itti gad-lakkisaman ilaachisee wanni dubbatan hin jiru. Masara Waayit Haawusitti gabaastuun VOA Paatsii Widakuswaaraa gabaasa qopheesitee, Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG