Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bababal’achuun Miidiyaa Hawaasummaa Gaazzexeessotaa fi Miidiyaa Idileerratti Dhiibbaa Akkam Akkamii Fide?


Bababal’achuun Miidiyaa Hawaasummaa Gaazzexeessotaa fi Miidiyaa Idileerratti Dhiibbaa Akkam Akkamii Fide?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:21 0:00

Guddina teekinooloojii waliin kan dhufe miidiyaan hawwaasummaa akkuma faayidaa isaa ogummaa gaazexeessummaa fi miidiyaalee idilee irratti dhiibbaan inni fideeru guddaa dha. Miidiyaan kun akka gaazzexeessonni akka salphaatti odeeffannoo argatan gargaareyyuu, odeeffannoon kun dogoggora fi sobarraa hagam akka wallaba tahe mirkaneeffachuun garuu gaazzexeessotatti hojii dabalataa tahee jira.

Gama biraatiin aangawoonni mootummaa miidiyaa idileetti dhihaachuu moggaatti dhiisuun miidiyaa hawaasummaa mata ofii uummachuun kallattiin uummatatti dubbatu. Garuu, odeeffannoon akkanaa gam-tokkee ta’uun gaazzexeessotaatti hojii qorachuu, dhugummaa isaa mirkaneeffachuu, akkasumas madaalawaa taasisuu itti uumee jira. Mitikkuu Fiqaaduu gaazzexeessota miidiyaalee adda addaa lama dhimma kana irratti mariisiseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG