Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lakkoobsi Lammiilee Afrikaa Bulchiinsa Dimookiraasii Filatanii Ka Waggaa Kudhan Dura Turerraa Gadi Bu’eera

Lakkoobsi Lammiilee Afrikaa Bulchiinsa Dimookiraasii Filatanii Ka Waggaa Kudhan Dura Turerraa Gadi Bu’eera
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:10 0:00

Lakkoobsi Lammiilee Afrikaa Bulchiinsa Dimookiraasii Filatanii Ka Waggaa Kudhan Dura Turerraa Gadi Bu’eera

Waggaa kudhan dura lammiileen Afrikaa dhibbeentaan 80 Dimokiraasiin gosa bulchiinsa hundarra gaarii ta’uu isaa kan amanan yoo ta’u, yeroo hundaa bulchiinsa waraanaa yokaan bulchiinsa nama tokkoo caalaa, sana filatuu turan. Har'a lakkoofsi sun gara dhibbeentaa 66tti gadi bu'eera. Gaanaa irraa, qondaala waraanaa duraanii fi leellisaa dimokiraasii kan ta’an akkasumas dargaggooota Gaanaa kanneen qondaaltota isaanii filatamanitti gammaduu dhabuun isaanii dabalaa dhufee dubbisuun Senaanu Tord kan gabaase Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG