Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sochiin Oomisha Warqee Naannoo Tigraay Yaaddoo Uume

Sochiin Oomisha Warqee Naannoo Tigraay Yaaddoo Uume
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:17 0:00

Sochiin Oomisha Warqee Naannoo Tigraay Yaaddoo Uume

Sochiin Omisha Warqee ykn Sookkoo Kaaba baasuu ykn funaanuu dhiha Tigraay keessatti taasifamaa jiru badiinsaa qabeenyaa, rakkina fayyaa, soda nageenyaa umaa akka jiru jiraattonii fi haanga’onii mootummaa naannoo Tigraay ibsaa jiru.

Dhimma kana irratti gabaasa Gebree Hagoos sagalee Amerikaattif qopheesse Jaaldhanee Gammadaa akka itti anutti dhiheesiti.

Forum

XS
SM
MD
LG