Torbaan kana jalqaba irra Pireezidaanti Joo Baayideen Ilma isaanii Hanteer Baayideniif dhiifama taasisuun waggootaaf Siyaasa seera tumtoonni Yuunaayitid Isteetisi adda qoodaa turetti xumura taasiseera. Akka Gabaasa Kateerin Jiipsanitti adeemsi dhiifama taasiisu pireezidaantoota yeroon bulchiinsa isaanii xumuramee yeroo maraa falmisiisaadha jedhu. Mitikuu Fiqaaduutu dhiyeessa.
Baayiden Ilma Isaanii Yakkaan Himatame Hanteriif Dhiifama Gochiin Falmii Kaasise
- VOA
Forum